Labsii Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Labsii MNO lakk-116/1998-lakk125/1999 pdf
Read more: Labsii MNO lakk-116/1998-lakk125/1999 pdf![Labsii MNO lakk-116/1998-lakk125/1999 pdf](https://i0.wp.com/laws.mhaagj.org/wp-content/uploads/2023/11/1667749745.webp?resize=298%2C396&ssl=1)
Layibraarii seeraa Online kan WAAGJ Daawwadhaa, Websaayitii kana jalattii Heeraa fii seeraa Biyyaa fii Naannoo kenyaa hundumaa haala salphaa ta’en argchuu dandeessuu. websaayitiin Layibraarii seeraa WAAGJ Akkaa Itoophiyaattii seeroota hundumaa qabachuuniifi seeroota haaraa ta’an yeroo isaa eeggate argachuuf websaayitii fayyaduu ta’un isaa fi seerota hundumaa bakka tokkottii qabatee argamuu isaatiin websaayitii addaa isa taasisaa. Websaayitiin layibraarii seeraa WAAGJ Websaayitii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa jalatti kan hundeeffamedha haaluma kanaanis manni kitaabaa online irrattii banamee kunii hawaasa seeraa Itoophiyaa barbaaduu maraaf kan tajaajiluu fi lammiileen odeeffannoowwan seeraa barbaachisoo ta’an akka argatan humneessuuf kan qophaa’edha. websaayitii kana daawwachuuf linkii https://laws.mhaagj.org kana tuquun seenuu yommuu dandessan ykn ammoo google jalattii WAAGJ Laws Library jechun search yoo gootan haala salphaadhaan kan argattan ta’aa. Labsii MNO lakk-116/1998-lakk125/1999 pdf
Labsiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, ifatti Labsii Lakk.44/1993-71/1995 jedhamuun kan beekamu, bu’uura seeraa naannichaa keessatti hiika guddaa qaba. Labsiin kun bara 1993 hanga 1995 kan ture yoo ta’u, bulchiinsa, bulchiinsa, fi misooma Mootummaa Naannoo Oromiyaa Itiyoophiyaa ilaalchisee dhimmoota ijoo hedduu kan hammatudha.
Comments 1